- N/S/Lafto, Finfinne, Ethiopia
- +251-903-439-943
- Mon - Sat 8.00 - 18.00
News & Events
Hayu Academy > Odeeffannoo | News > Biyya Itoophiyaa keessatti Interneetiin galii guddaa kafalaa jira jedhameera
Biyya Itoophiyaa keessatti Interneetiin galii guddaa kafalaa jira jedhameera
- February 22, 2023
- Posted by: hayu
- Category: Odeeffannoo | News
Biyya Itoophiyaa keessatti Interneetiin galii guddaa kafalaa jira jedhameera
***
Adeemsa Toora interneetaa irraa galii argachuu keessatti, Barreeffama(Article) Marsariitii, Suursagalee fikkk yeroo maxxansinu ‘Beeksisa(Ads)’ akka irratti gadi-dhiifamu gochuun.
‘Beeksisifni(Ads)’ hojii keenya irratti gadi dhiifamu iddoo(argama) keenya bu’uura gochachuudhaan. kanaafuu hojii nama Ameerikaa jiruu fi Itoophiyaa jiruu irratti Beksifni gadi-lakkifamu hedduu wal-adda, kafaltiillee garaagarummaa baay’ee qaba.
Sababni isaa, Dhaabbileen Daldalaa- Interneeta irratti beeksifatan kan Biyya Ameerikaa kan Itoophiyaa waan caaluuf, akkasumas Kafaltiin karaa Interneetaa Beeksisa tokkof kafalamu giddugaleessaan biyya Ameerikaatti Doolara($) 7 yoo tahe biyya Itoophiyaatti Doolara($) 3dha. Itoophiyaa keessaa dhaabbileen daldalaa ykn namootni beeksisa interneetarratti gadi-lakkisan lakkoofsaan baayee xiqqoo waan taheef.
Kanumaan walqabatee, Torbaanota lamaan kana Kafaltiin karaa Interneetaa namoota Itoophiyaa keessaa hojjachaa jiraniif kaalamaa jiru haalaan dabaluutu himame. kunis sababni isaa ijoon torbaanota lamaan kana #interneetiin kan hojjachaa jiru karaa #VPNdhaan waan taheef, VPN ammoo interneeta akka hojjatu kan taasisu agarsiisa lakkoofsa-addaa (IP-Address) koompuutara ykn mobile keenyaa isa biyya keessa jirruu irraa jijjiiree akka biyya biraa jirrutti waan muldhisuuf, keessatti Biyya Saffisni interneetaa olaanaa tahe keessa akka jirru fakkeessee muldhisaa jiraachuun isaatiin ‘Beeksisa(Ads)’ baay’een hojii namoota biyya keessaa hojjachaa jiran irratti agarsiifamaa jiraachutu ‘Galii’ olkaase jedhameera.
Kanaafuu ijoolleen haala kanaan biyya keessaa hojjachaa jiran kana hubatanii caalatti jabaatanii akka fayyadaman yaadachiisuu barbaada.
34 Comments
Leave a Reply Cancel reply
Latest Posts
- Tooftaan salphaan Interneetaan Galii argachuu nu gargaaru jalqabaa ‘Marsariitii(Website)’ banatanii hojjachuudha…
- Xiinxala: #Tiktok itti-fufuu kan danda’u Dhaabbata Ameerikaatti yoo gurgurame qofa
- Biyya Itoophiyaa keessatti Interneetiin galii guddaa kafalaa jira jedhameera
- Warraaqsa Diinagdee #7 Alex Taye irraa maal baranna
- Waraaqsa Dinagdee 6 |Guraageerraa Maal baranna, maalimmoo barachuu dhiisna?
Popular Posts
Isin wajjiin hojjachuuf fedhii guddaan qaba.
Bayyee natti tole Jira
Jajjabadhaa hojannee jijjiramu barbanna
I need use this system
Akkaamin argaachuu daandenyaa na hun galeem
Hi
Duraan durse nagaa waaqayyoo isiniif yaa baayyatu
Itti aanse haala kamiiin gali Internet irra argachun danda’amuu fii akkata isa xiqqo osoo naf ibsitani barbaade dhiifama walin
Good job
Ineed it
Ok
Baay’ee gaarii bro akkanati nu jabbesii si wajjin hojjachu feena….
Baayyee gaariidha
Oduu dansaadha yaa Abdisaa kenyaa galatoomi
I am interesinterested this work
Nageenyii filaanoo hin qabuu akkumaa naannoo biraati Mariin xumuramee oroomiyaa keessaattiis akkaa bu.uu hayyoonnii irraatti hojaadha maloo
Itoophiyaan afrikaaf biyyaa qaroominaa fi gudinaa agarsiftuu Akka taatuu tokkummaan nuu barbaachisaa tokkummaan keenyaa midhaginaa keenyaa
Hello how are you?
Thanks meeting you.
See you again soon.
Akkam jirtu.
Hayyu academy barnootaan maal maal hojjattaa jiraa? Barnootaatni biyya keenyatti kufaatii guddaan irra jira.
Pay amount
Baayee gaariidha. Garuu haalli isaa caalmaatti osoo ifaa ta’e gaariidha. Beeksisa beeksisantu jiramoo? Internet sababa fayyadaman qofaaf?
Tole
Maloo akkata kamin argatuu Anni channel telegram 2000 qaba garuu homaa galii irraa hin argadhu
Hello
+33749284473
Akkamittiin fayyadamuu akkan danda’u baruun barbaada
Fakkeenyaaf karaa kamfaa hojjechuun danda’ama?
Link ykn kanneen biroo
0749284473
Bay.we garidhaa jabadhuu
Akkamiin gaalii argaachuu danda’aa mee naa barsiisii sanyii?
Akkam nagayaa Abdiisaa,
Mee haala kamiin online karaa interneetiin maallaqa dalaguu dandeenya? Ani laptop fi WiFi qaba.Garuu haala kamiin hojii online qofa irratti dalagee maallqa ittiin argannu osoo muuxannoo kee nuuf qoodde?
Galatoomaa,
Firaa’ol
akkaata isaa nuuf himakaa