Hayu Academy

Blog

  • Tooftaan salphaan Interneetaan Galii argachuu nu gargaaru jalqabaa ‘Marsariitii(Website)’ banatanii hojjachuudha…
    Interneetaan Galii argachuu: Marsariitii(Website) banatanii irratti Barreessuudhaan galii olaanaa argachuun ni danda’ama ********** Tooftaalee karaa Interneetaan Galii argachuuf nu gargaaran keessaa tooftaan salphaa fi Galii guddaa argachuuf gargaaru ijoowwan keessaa tokko Marsariitii(Website) Uummachuu fi Irratti Barreessuu. Namootni akkasiis Barreessitoota Toorarraa(Bloggers) jedhamu. Tooftaan […]
  • Xiinxala: #Tiktok itti-fufuu kan danda’u Dhaabbata Ameerikaatti yoo gurgurame qofa
    Himatni Ameerikaan Dhaabbata #Tiktok irratti dhiyeessite maal irra jira? Qoosaa fakkeessinee irra deddeebiidhaan Marsaalee irratti kan dubbachaa turre, Dhaabbatni #tiktok dhuguma cufamuufii? Ji’a tokkoon dura Mana murtii Ameerikaatti kan himatame dhaabbatni Tekinoolojii suursagalee olkuusuu irratti hojjatu #Tiktok kamisa darbe Mana Marii Ameerikaatiif […]
  • Biyya Itoophiyaa keessatti Interneetiin galii guddaa kafalaa jira jedhameera
    Biyya Itoophiyaa keessatti Interneetiin galii guddaa kafalaa jira jedhameera *** Adeemsa Toora interneetaa irraa galii argachuu keessatti, Barreeffama(Article) Marsariitii, Suursagalee fikkk yeroo maxxansinu ‘Beeksisa(Ads)’ akka irratti gadi-dhiifamu gochuun. ‘Beeksisifni(Ads)’ hojii keenya irratti gadi dhiifamu iddoo(argama) keenya bu’uura gochachuudhaan. kanaafuu hojii nama Ameerikaa […]
  • Warraaqsa Diinagdee #7 Alex Taye irraa maal baranna
    Warraaqsa Diinagdee #7 | Alex Taye irraa maal baranna Aleks gurbaa cimaadha. Namni isa jaalata. Innimmoo Oromoo hunda jaalata. Garuu hanga Oromoo jaalatu caalaa hojii jaalata. Hojii argannaan itti seenee hojjechuu malee “protocol” wanti jedhamu hin jiru. Waa hunda hojjeta. Ba’aa ni baata, […]
  • Waraaqsa Dinagdee 6 |Guraageerraa  Maal baranna, maalimmoo barachuu dhiisna?
    Warraaqsa Diinagdee #6 |Guraageerraa  Maal baranna, maalimmoo barachuu dhiisna? Biyya kanatti Guraageen akka maallattoo ummata hojii jaalatutti lakkaawwama. Dhugaadha hojii ni jaalatu. Sirritti hojjetu. Hojii hin filatan. Keessattuu hojii daldalaa akka malee jaalatu. Akkuma ummata Silxee waliin hojjechuu, waliif bituufi walirraa bituu […]
  • Registration Information | Odeeffannoo Galmeef Barbaachisu
    … This content is for Group A, Group B, and Group C members only.Login Join Now