Courses included: 30
Featured courses quote included: 7
Barnoota Garee A + Garee B
Akka waliigalaatti hawaasni keenya akka fayyadamu, Hubannoo, Muuxannoo fi qabatama Addunyaan keessa jirtu walbarsiisuuf yaadamee kan qophaaye yoo tahu,
- Barnoota Garee A fi Garee B ofjalatti kan qabatee fi Namootni Interneetarraa galii argachaa jiran akkamitti Galii Fooyya’e, Hamma Humna/dadhabbii isaanii argachuu danda’u kan jedhuu (Qabiyyee, Gahiinsa, Qulqullinna, Addoommii…) irratti xiyyeeffanna
- Dabalataan: – Of-Gahoomsuu, Icciitii fi imala milkaa’inaa, Adda-Durummaa, Kalaqa, Waa-Uumuu fi Itti-fayyadma Qabeenyaa(Yeroo, Interneeta, Humna…)