- ን/ሰ/ላፍቶ፣ አዲስ አበባ፣ ኢትዮጵያ
- +251-903-439-943
- ሰኞ - ቅዳሜ 8.00 - 18.00
Kompiitarootni gosoota hedduutu jitu. Gosoonni kunis amaloota garaagaraa irratti hundaa‟uun qoqqoodamu. Fakkeenyaaf; Kompiitara yeroo tokkotti nama tokko qofaan hojjetu, namoota hedduu al tokkotti kan hojjechiisuufi nama malee kan hojjetu, dandeettii waa dalaguu, gosa daataa kam akka fayyadamuufi gosa hojii inni hojjetu fa‟i
Barnoota kana keessatti gosoota Koompitaraa, Qaamota Koompitaraa, ogummaawwan kompiitaraa bu’uuraa adda addaa, akkaataa itti fooyyessuu dandeessan fi amaloota koompitaraa baldhinaan ibsina.
To Make Money Online Do These 3 Things First
— 30 June 2022
1. How to Make Money Online There are hundreds, if not thousands, of ways you can make money online. There truly are. Some are far more straightforward than others are. However, they are all viable. Some require a bit of upfront investment, and others just require your sweat equity. It all depends on which avenue you choose
2. Active Incomes and Passive Incomes - When you look at a lay of the land first understand that there are two overall camps when it comes to making money on the web. You can earn either an active income or a passive income.
3. To Make Money Online Do These 3 Things First making money on the internet is not just a pipe dream. You can do it. However, there is a path forward. So, that's why Hayu Academy Started Short term Training to Guide you on the right patt/directions that help you in your future success
— 30 June 2022
Barannoo-1: Kutaa-2ffaa: Daldala Dijiitaalaa(Digital Marketing) fi Dursinee qophaawuu fi Galma yaadne gahuu
— 30 June 2022
1. Daldala Dijiitalaa
Barannoo-1: Kutaa- 3ffaa: Gosootaa fi Qaamota Koompiitaraa (Types & Organisation) of Computer
— 30 June 2022
1. Gosoota koompitaraa fi Dalagaasaanii
2. Qaamota Koompitaraa -
The Tensor Core GPU Architecture designed to Bring AI to Every Industry. Equipped with 640 Tensor Cores, Volta delivers over 100 teraflops per second (TFLOPS) of deep learning performance, over a 5X increase compared to prior generation NVIDIA Pascal architecture.
— 28 February 2017