Akkaadaamii Hayyuu

Bu'uura Tekinoolojii-Kutaa 2ffaa fi 3ffaa - Gosootaa fi Qaamota Koompiitaraa (Types & Organisation) of Computer

Garee A: Barannoo - 1 - Bu'uura Tekinoolojii - Gosootaa fi Qaamota Koompiitaraa (Types & Organisation) of Computer Gadi lakkifameera
Share
Course details
Duration 10 hours
Lectures 11
Video 9 hours
Assignments 3
Quizzes 1
Level Advanced

haddaarsa

Sa’aatii hojii

Monday 9:30 am - 6.00 pm
Tuesday 9:30 am - 6.00 pm
Wednesday 9:30 am - 6.00 pm
Thursday 9:30 am - 6.00 pm
Friday 9:30 am - 5.00 pm
Saturday Closed
Sunday Closed
Bu'uura Tekinoolojii-Kutaa 2ffaa fi 3ffaa - Gosootaa fi Qaamota Koompiitaraa (Types & Organisation) of Computer
4
6 reviews
Get this Course
computer organisation
  • Description
  • Curriculum
  • FAQ
  • Announcement
  • Reviews

Bu'uura Tekinoolojii - Gosootaa fi Qaamota Koompiitaraa

Kompiitarootni gosoota hedduutu jitu. Gosoonni kunis amaloota garaagaraa irratti hundaa‟uun qoqqoodamu. Fakkeenyaaf; Kompiitara yeroo tokkotti nama tokko qofaan hojjetu, namoota hedduu al tokkotti kan hojjechiisuufi nama malee kan hojjetu, dandeettii waa dalaguu, gosa daataa kam akka fayyadamuufi gosa hojii inni hojjetu fa‟i

Barnoota kana keessatti gosoota Koompitaraa, Qaamota Koompitaraa, ogummaawwan kompiitaraa bu’uuraa adda addaa, akkaataa itti fooyyessuu dandeessan fi amaloota koompitaraa baldhinaan ibsina.

Xumura leenjii kanaa irratti:

  • Teeknooloojiiwwan Odeeffannoo fi Qunnamtii (ICT) fi Teeknooloojii Odeeffannoo ni ibsu
  • Ilaalcha waliigalaa fi yaad-rimee gosoota ijoo sirna kompiitaraa tokkoo ni kenna
  • Wal-irratti hirkattummaa haardwaarii fi sooftiweerii ibsuu
    gosoota kompiitaraa ibsuu fi adda baasuu
  • Amaloota garagaraa irratti hundaayuun Kompiitara ramaduu/ramaddii kompiitaraa baasuu,
  • Qaamota Koompitaraa fi hojiisaa tarreessuu,
    faayidaa fi miidhaa kompiitara fayyadamuun qabu tarreessu
  • Itti fayyadamaafi fakkeenya odeeffannoo dhaabbata tokko keessatti argaman ilaalcha waliigalaa ni kenna
  • Tartiiba raawwii hojii koompitaraa fi sirna koompitaraa ni barattu
  • Odeeffannoon maaliif akka faayidaa qabu ibsuu
    moodeela waliigalaa sirna TQO tokkoo ilaalcha waliigalaa ni kenna.
FAQ 1
Faq Content 1
FAQ 2
Faq Content 2

Productivity Hacks to Get More Done in 2018

— 28 February 2017

  1. Facebook News Feed Eradicator (free chrome extension) Stay focused by removing your Facebook newsfeed and replacing it with an inspirational quote. Disable the tool anytime you want to see what friends are up to!
  2. Hide My Inbox (free chrome extension for Gmail) Stay focused by hiding your inbox. Click "show your inbox" at a scheduled time and batch processs everything one go.
  3. Habitica (free mobile + web app) Gamify your to do list. Treat your life like a game and earn gold goins for getting stuff done!


4.0
6 reviews
Stars 5
3
Stars 4
0
Stars 3
3
Stars 2
0
Stars 1
0
This website uses cookies and asks your personal data to enhance your browsing experience. We are committed to protecting your privacy and ensuring your data is handled in compliance with the General Data Protection Regulation (GDPR).